LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 3:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kanaafuu, Israaʼelonni wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwatan; Waaqa isaanii Yihowaa irraanfatanii Baʼaalii+ fi utubaawwan waaqeffannaa*+ tajaajilaa turan.

  • 1 Saamuʼel 12:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yeroo kanatti abbootiin keessan gargaarsaaf gara Yihowaatti iyyatan;+ achiis, ‘Baʼaalii+ fi siidaawwan Ashtooret+ tajaajiluuf jennee Yihowaa dhiisuudhaan cubbuu hojjenneerra;+ ammas akka si tajaajilluuf harka diinota keenyaa jalaa nu oolchi’ jedhan.

  • Hoseʼaa 11:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Hammuma isaan* isaan waaman,

      caalaatti isaan irraa ni fagaatan.+

      Fakkiiwwan Baʼaaliif aarsaa dhiheessuu isaanii ittuma fufan,+

      Fakkiiwwan bocamaniifis aarsaa ni dhiheessan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi