- 
	                        
            
            Faarfannaa 79:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
4 Olloota keenya duratti warra arrabsaman taaneerra;+
Namoonni naannoo keenyaa nutti qoosu, nutti kolfus.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Hisqiʼel 25:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
3 Amoonota ilaalchisee akkana jedhi: ‘Dubbii Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa dhagaʼaa. Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Ati yommuu iddoon qulqulluu koo xureeffametti, yommuu biyyi Israaʼel ona taatetti, akkasumas yommuu manni Yihudaa boojuudhaan fudhatametti, ‘Ishoo!’ waan jetteef,
 
 -