LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 1:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Harka keessan yommuu diriirsitan,

      Ija koo isin duraa nan dhoksa.+

      Kadhannaa yoo baayʼistan iyyuu,+

      Ani isin hin dhagaʼu;+

      Harki keessan dhiigaan guutameera.+

  • Isaayyaas 58:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 ‘Yommuu soomnu maaliif hin argitu?+

      Yommuu of* cunqursinu maaliif hin qalbeeffattu?’+

      Kun kan taʼe, guyyaa soomtanitti faayidaa* ofii keessanii duukaa waan buutaniif,

      Warra hojjechiifattanis waan hacuuccaniifi.+

  • Ermiyaas 11:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kanaafuu, Yihowaan akkana jedha: ‘Kunoo, ani badiisa isaan jalaa ooluu hin dandeenye isaanitti nan fida.+ Gargaarsa argachuuf yommuu na waammatan, ani isaan hin dhagaʼu.+

  • Hisqiʼel 8:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kanaafuu, ani dheekkamsaan tarkaanfii nan fudhadha. Ijji koo isaaniif hin gaddu; anis gara laafina isaanitti hin argisiisu.+ Sagalee isaanii ol kaasanii gurra kootti yoo iyyan illee ani isaan hin dhagaʼu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi