-
2 Seenaa Baraa 7:19, 20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Haa taʼu malee, isin yoo ana irraa garagaltan, dambiiwwan koo fi ajajawwan koo warra ani isin dura kaaʼe eeguu yoo dhiistan, dhaqxaniis waaqolii kan biroo yoo tajaajiltanii fi yoo isaaniif sagaddan,+ 20 biyya koo isan isaaniif kenne irraa Israaʼeliin nan buqqisa;+ mana ani maqaa kootiif qulqulleesse kanas ija koo duraa nan gata; innis saba hundumaa gidduutti kan tuffatamuu* fi kan itti qoosamu akka taʼu nan godha.+
-