Ermiyaas 15:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 “Ani saba kanaaf akkuma dallaa sibiila diimaa cimaa taʼee sin godha.+ Isaan dhugumaan siin ni lolu,Garuu si hin moʼan,+Sababiin isaas, ani si oolchuu fi si baraaruuf sii wajjinan jira” jedha Yihowaan.
20 “Ani saba kanaaf akkuma dallaa sibiila diimaa cimaa taʼee sin godha.+ Isaan dhugumaan siin ni lolu,Garuu si hin moʼan,+Sababiin isaas, ani si oolchuu fi si baraaruuf sii wajjinan jira” jedha Yihowaan.