LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 48:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Ati hammam didaa akka taate,

      Mormi kee ribuu sibiilaa, addi kees sibiila diimaa akka taʼe waanan beekuuf,+

  • Hisqiʼel 20:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “‘“Manni Israaʼel garuu lafa onaa keessatti ana irratti ni fincilan.+ Isaan akka dambiiwwan kootti hin deddeebine; heerawwan koo warra namni tokko yoo hordofe ittiin jireenya argatus ni tuffatan. Isaan sanbatawwan koo guutummaatti ni xureessan. Kanaafuu, ani lafa onaa keessatti haxaaʼee isaan balleessuuf jecha dheekkamsa koo isaan irratti dhangalaasuuf nan murteesse.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi