LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 28:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Yihowaan diinota kee duratti akka moʼamtu ni godha.+ Kallattii tokkoon isaan ni haleelta; garuu kallattii adda addaa torbaan isaan jalaa ni baqatta; mootummoonni lafaa hundis wanta hamaa si irra gaʼe yommuu argan ni sodaatu.+ 26 Reeffi kee allaattiiwwan samii fi bineensota lafaa hundumaatiif nyaata ni taʼa; namni tokko illee sodaachisee isaan hin ariʼu.+

  • Faarfannaa 79:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Reeffa tajaajiltoota keetii nyaata godhanii simbirroota samiitiif,

      Foon warra siif amanamoo taʼaniis bineensota bosonaa lafa irra jiraniif kennaniiru.+

  • Ermiyaas 7:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Reeffi namoota kanaas allaattiiwwan samiitii fi bineensota lafaatiif nyaata ni taʼa; namni tokko illee sodaachisee isaan hin ariʼu.+

  • Ermiyaas 16:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 ‘Isaan dhukkuba cimaadhaan ni duʼu;+ garuu namni isaaniif gaddu yookiin namni isaan awwaalu hin jiraatu; lafa irratti akkuma dikee ni taʼu.+ Goraadee fi beelaan ni dhumu;+ reeffi isaaniis allaattiiwwan samii fi bineensota lafaatiif nyaata ni taʼa.’

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi