LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 14:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Achiis Yihowaan akkana naan jedhe: “Raajonni maqaa kootiin raajii sobaa dubbachaa jiru.+ Ani isaan hin ergine yookiin isaan hin ajajne yookiin isaanitti hin dubbanne.+ Raajiin isinitti dubbachaa jiran mulʼata sobaa, hooda gatii hin qabnee fi gowwoomsaa garaa isaanii keessaa maddu dha.+

  • Ermiyaas 28:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Achiis Ermiyaas raajichi Hanaaniyaa+ raajichaan akkana jedhe: “Yaa Hanaaniyaa, maaloo, dhagaʼi! Yihowaan si hin ergine; ati garuu sabni kun sobatti akka amanamu gooteetta.+

  • Ermiyaas 29:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa, Ahaab ilma Qolaayaa fi Zedeeqiyaa ilma Maaʼaaseyaa warra maqaa kootiin raajii sobaa dubbachaa jiran+ ilaalchisee akkana jedha: ‘Kunoo, ani harka Nebukadnezaar* mootii Baabilonitti dabarsee isaan nan kenna; innis ijuma keessan duratti isaan ni ajjeesa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi