-
Ermiyaas 23:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Ani raajota hin ergine, isaan garuu ni fiigan.
Ani isaanitti hin dubbanne, isaan garuu raajii dubbatan.+
-
-
Ermiyaas 27:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 “‘Sababiin isaas, ani isaan hin ergine; taʼus isaan maqaa kootiin raajii sobaa dubbachaa jiru; kanaan kan kaʼes, ani isin nan bittinneessa; isinis taatan raajonni warri raajii sobaa isinitti dubbatan ni baddu’ jedha Yihowaan.”+
-