LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 20:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yaa Paashuur, atii fi warri mana kee keessa jiraatan hundi garuu boojuudhaan ni fudhatamtu. Ati gara Baabilonitti geeffamtee achitti ni duuta; michoota kee hundumaa wajjinis achitti ni awwaalamta; sababiin isaas, raajii sobaa isaanitti dubbatteetta.’”+

  • Ermiyaas 29:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa, Ahaab ilma Qolaayaa fi Zedeeqiyaa ilma Maaʼaaseyaa warra maqaa kootiin raajii sobaa dubbachaa jiran+ ilaalchisee akkana jedha: ‘Kunoo, ani harka Nebukadnezaar* mootii Baabilonitti dabarsee isaan nan kenna; innis ijuma keessan duratti isaan ni ajjeesa.

  • Hisqiʼel 13:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Raajota gowwaa warra utuu homaa hin argin yaada* ofii isaanii duukaa buʼaniif wayyoo!+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi