-
Ermiyaas 29:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 ‘Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Ati gara namoota Yerusaalem keessa jiran hundumaatti, gara Sefaaniyaa+ ilma Maaʼaaseyaa isa luba taʼettii fi gara luboota hundumaatti akkana jettee maqaa keetiin xalayaa ergiteetta:
-