- 
	                        
            
            Ermiyaas 21:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
21 Yeroo Zedeeqiyaan+ Mootichi, Paashuur+ ilma Maalkiyaa fi Sefaaniyaa+ ilma Maaʼaaseyaa isa luba taʼe gara Ermiyaasitti ergetti, dubbiin Yihowaa gara Ermiyaas ni dhufe; isaanis akkana jedhanii isa gaafatan: 2 “Nebukadnezaar* mootiin Baabilon nu irratti waraana waan baneef,+ maaloo, wanta taʼuuf jedhu ilaalchisee Yihowaa nuuf gaafadhu. Inni nu irraa akka deebiʼuuf, tarii Yihowaan nuuf jedhee hojiiwwan isaa warra dinqisiisoo keessaa isa tokko ni raawwata taʼa.”+
 
 -