LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 34:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Israaʼelotaaf qajeelfama kana kenni: ‘Yommuu gara biyya Kanaʼaanitti seentan,+ biyyi Kanaʼaan inni daangaawwan isaa wajjin akka dhaalaatti isiniif kennamu kana dha.+

  • Lakkoofsa 34:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Gaara Hoor irraa jalqabee hamma Lebo Hamaatittis*+ daangaa ni kaaʼattu; dhumni daangaa sanaas Zedaad+ taʼa.

  • 1 Mootota 8:65
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 65 Yeroo sanatti Solomoon guutummaa Israaʼel, jechuunis gumii guddaa biyya Lebo Hamaatii* hanga Laga Gogaa* Gibxiitti+ argamu irraa dhufee wajjin Waaqa keenya Yihowaa duratti guyyaa 7f achiis guyyaa dabalataa 7f, walumatti guyyaa 14f ayyaanicha ni ayyaaneffate.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi