LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 25:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Kana malees, Yihowaan irra deddeebiʼee* tajaajiltoota isaa warra raajota taʼan hundumaa gara keessanitti kan erge taʼus, isin garuu isaan hin dhageenye yookiin gurra keessan isaanitti hin qabne.+ 5 Isaanis akkana jedhu turan: ‘Maaloo, tokkoon tokkoon keessan daandii keessan isa hamaa fi gocha keessan isa hamaa irraa deebiʼaa;+ akkana yoo gootan, biyya Yihowaan bara dheeraa dura isinii fi abbootii keessaniif kenne keessa yeroo dheeraadhaaf ni jiraattu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi