Keessa Deebii 32:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Isaan wanta waaqa hin taaneen aariidhaaf* na kakaasaniiru;+Waaqolii tolfamoo isaanii warra gatii hin qabneenis na dheekkamsiisaniiru.+ Kanaafuu, ani wanta saba hin taaneen hinaaffaadhaaf isaan nan kakaasa;+Saba gowwaa taʼeenis isaan nan aarsa.+ Nahimiyaa 9:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 “Haa taʼu malee, isaan siif ajajamuu didan; si irratti fincila kaasan;+ Seera kee irrattis dugda isaanii ni garagalchan.* Raajota kee warra gara keetti akka deebiʼan isaan akeekkachiisaa turan ni ajjeesan; gochawwan tuffii guddaa argisiisanis ni raawwatan.+
21 Isaan wanta waaqa hin taaneen aariidhaaf* na kakaasaniiru;+Waaqolii tolfamoo isaanii warra gatii hin qabneenis na dheekkamsiisaniiru.+ Kanaafuu, ani wanta saba hin taaneen hinaaffaadhaaf isaan nan kakaasa;+Saba gowwaa taʼeenis isaan nan aarsa.+
26 “Haa taʼu malee, isaan siif ajajamuu didan; si irratti fincila kaasan;+ Seera kee irrattis dugda isaanii ni garagalchan.* Raajota kee warra gara keetti akka deebiʼan isaan akeekkachiisaa turan ni ajjeesan; gochawwan tuffii guddaa argisiisanis ni raawwatan.+