-
Hisqiʼel 16:28, 29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 “‘Ati quufuu waan hin dandeenyeef, ilmaan Asoorii wajjinis sagaagalummaa ni raawwatte;+ haa taʼu malee, isaanii wajjin sagaagalummaa erga raawwattee booda illee hin quufne. 29 Kanaafuu, biyya daldaltootaa* fi biyya Kaladootaa keessatti sagaagalummaa kee ni baayʼiste;+ taʼus, amma illee hin quufne.
-