LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 26:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Of tuulummaa keessan isa cimaa nan cabsa; samii keessan akka sibiilaa,+ lafa keessanis akka sibiila diimaa nan godha.

  • Ermiyaas 14:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Biyyattii keessaa bokkaan dhabamuu isaatiin kan kaʼe

      Lafti waan babbaqaqeef,+

      Qonnaan bultoonni ni dhiphatu, mataa isaaniis ni haguuggatu.

  • Amoos 4:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 ‘Akkasumas, makarri gaʼuu isaa jiʼa sadii dura bokkaa isin nan dhowwadhe.+

      Magaalaa tokko irratti akka roobu, magaalaa kan biraa irratti immoo akka hin roobne nan godhe.

      Maasiin tokko bokkaa ni argate,

      Maasiin inni bokkaa dhabe immoo ni goge.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi