LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 30:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yihowaan akkuma abbootii keetti gammadetti,+ ammas sooressa si gochuutti waan gammaduuf, Waaqni kee Yihowaan ijoollee kee, horiiwwan kee fi oomisha lafa keetii baayʼisuudhaan, hojii harka kee hundumaatiin baayʼee badhaadhaa akka taatu ni godha.+

  • Isaayyaas 65:21, 22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Isaan manneen ni ijaaru, keessas ni jiraatu,+

      Mukeetii wayinii ni dhaabu, firii isaaniis ni nyaatu.+

      22 Mana isaan ijaaran keessa namni kan biraan hin jiraatu,

      Muka wayinii isaan dhaabanis namoonni kan biroon hin nyaatan.

      Sababiin isaas, umuriin saba kootii akkuma umurii mukaa ni taʼa,+

      Warri ani filadhes hojii harka isaaniitti guutummaatti ni gammadu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi