Ermiyaas 32:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 ‘Kunoo, biyyoottan ani dheekkamsa koo fi aarii koo isa guddaadhaan itti isaan bittinneesse hundumaa keessaa walitti isaan nan qaba;+ gara bakka kanaatti isaan deebisees tasgabbiidhaan akka jiraatan nan godha.+ Ermiyaas 32:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Wanta gaarii isaaniif gochuun na gammachiisa;+ garaa koo guutuu fi lubbuu* koo guutuudhaan biyya kana keessa jabeessee isaan nan dhaaba.’”+
37 ‘Kunoo, biyyoottan ani dheekkamsa koo fi aarii koo isa guddaadhaan itti isaan bittinneesse hundumaa keessaa walitti isaan nan qaba;+ gara bakka kanaatti isaan deebisees tasgabbiidhaan akka jiraatan nan godha.+
41 Wanta gaarii isaaniif gochuun na gammachiisa;+ garaa koo guutuu fi lubbuu* koo guutuudhaan biyya kana keessa jabeessee isaan nan dhaaba.’”+