Keessa Deebii 32:43 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 43 Inni dhiiga tajaajiltoota isaatiif haaloo waan baʼuuf,+Diinota isaa irratti haaloo waan baʼuuf,+Biyya saba isaatiifis araara waan argamsiisuuf,*Yaa sabootaa, saba isaa wajjin gammadaa.”+ Isaayyaas 44:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yihowaan tarkaanfii waan fudhateef,Isin samiiwwan ililchaa! Isin iddoowwan gad fagoon lafaas ililchaa! Isin gaaronni,Ati bosonnii fi mukeetiin kee hundis ililchaa!+ Sababiin isaas, Yihowaan Yaaqoobiin fureera,Ulfina isaas Israaʼel irratti argisiiseera.”+
43 Inni dhiiga tajaajiltoota isaatiif haaloo waan baʼuuf,+Diinota isaa irratti haaloo waan baʼuuf,+Biyya saba isaatiifis araara waan argamsiisuuf,*Yaa sabootaa, saba isaa wajjin gammadaa.”+
23 Yihowaan tarkaanfii waan fudhateef,Isin samiiwwan ililchaa! Isin iddoowwan gad fagoon lafaas ililchaa! Isin gaaronni,Ati bosonnii fi mukeetiin kee hundis ililchaa!+ Sababiin isaas, Yihowaan Yaaqoobiin fureera,Ulfina isaas Israaʼel irratti argisiiseera.”+