-
Izraa 1:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Achiis dura buutonni manneen abbootii Yihudaa fi Biiniyaam, luboonnii fi Leewwonni, namoonni Waaqni dhugaan hafuura isaanii kakaase hundi ol baʼanii mana Yihowaa isa Yerusaalemitti argamu deebisanii ijaaruuf ni qophaaʼan.
-