LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 57:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Isin warra mukeetii guguddaa gidduutti,

      Muka lalisaa hundumaa jalattis kajeellaadhaan gubattan,+

      Warra sulula* keessatti,

      Baqaqaa kattaa keessattis ijoollee gorraatan mitii?+

       6 Gaʼeen kee dhagoota cululuqoo sulula* keessa jirani dha.+

      Eeyyee, carraan kee kanneen kana dha.

      Ati isaaniif illee aarsaa dhugaatii ni dhangalaasta, kennaawwanis ni dhiheessita.+

      Ani wantoota kanatti gammaduun qabaa?*

  • Ermiyaas 2:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Isaan mukaan, ‘Ati abbaa koo ti,’+

      Dhagaadhaanis, ‘Situ na daʼe’ jedhu.

      Anatti garuu fuula isaanii utuu hin taʼin dugda isaanii garagalchu.+

      Yeroo rakkinni isaan irra gaʼutti immoo,

      ‘Kaʼiitii nu oolchi!’ jedhu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi