LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 16:51
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 51 “‘Samaariyaan+ cubbuu hedduu ati raawwatte keessaa walakkaa isaa illee hin raawwanne. Gochawwan kee warra jibbisiisoo taʼan hundumaatiin kan kaʼe obboleettonni kee qajeeloo fakkaatanii hamma mulʼatanitti, ati isaan caalaa gochawwan kee warra jibbisiisoo taʼan baayʼisuu kee itti fufte.+

  • Hisqiʼel 23:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Maqaan ishii angafaa Oholaa,* kan obboleettii ishii immoo Oholibaa* ture. Isaan kan koo ni taʼan; ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaas ni daʼan. Oholaan Samaariyaa+ dha, Oholibaan immoo Yerusaalemi.

  • Hisqiʼel 23:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Obboleettiin ishii Oholibaan kana yommuu argitu, kajeellaan ishii caalaatti ni hammaate; sagaagalummaan ishiis kan obboleettii ishii irra hammaate.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi