LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 38:39, 40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Leencaaf adamsitee kennuu

      Yookiin fedhii nyaataa leenconni saafelli qaban guutuu ni dandeessaa?+

      40 Holqa isaanii keessa yommuu ciisan

      Yookiin boolla isaanii keessatti riphanii yommuu eeggatan isaan sooruu ni dandeessaa?

  • Hoseʼaa 5:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Ani Efreemitti leenca saafela,

      Mana Yihudaattis leenca cimaa nan taʼa.

      Ofuma kootii isaan cicciree nan deema;+

      Ani isaan fuudhee nan deema, kan isaan oolchus hin jiraatu.+

  • Amoos 5:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 ‘Warra guyyaa Yihowaa hawwaniif wayyoo!+

      Egaa, guyyaan Yihowaa isiniif hiika maalii qaba?+

      Inni dukkana taʼa malee ifa hin taʼu.+

      19 Guyyaa sanatti isin akka nama yommuu leenca jalaa baqatu amaakenni itti dhufuu,

      Yommuu mana isaatti seenee harka isaatiin girgiddaatti hirkatu immoo bofti isa hidduu ni taatu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi