LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 4:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 biyya dhaalaan fudhachuuf Yordaanosiin ceetan sana keessaa dhugumaan daftanii akka balleeffamtan ani harʼa samii fi lafa isin irratti ragoota godhee nan dhiheessa. Isin haxaaʼamtanii ni balleeffamtu malee, yeroo dheeraadhaaf ishii irra hin jiraattan.+

  • Faaruu Ermiyaas 2:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Yihowaan gara laafina tokko malee bakka jireenyaa Yaaqoob hundumaa liqimseera.

      Aarii isaa isa guddaadhaan iddoowwan intala Yihudaa warra dallaa dhagaa qaban diigeera.+

      Inni mootummichaa fi bulchitoota ishii lafatti darbateera, akkasumas xureesseera.+

  • Hisqiʼel 9:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Haa taʼu malee, ijji koo isaaniif hin gaddu; anis gara laafina isaanitti hin argisiisu.+ Miidhaa daandii isaaniitiin kan kaʼe dhufu mataa isaanii irratti nan fida.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi