LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 80:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yaa Waaqa Raayyaa, maaloo deebiʼi.

      Samii irraa gad milʼadhu, ilaalis!

      Muka wayinii kana kunuunsi,+

  • Faarfannaa 102:19-21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Inni iddoo ol kaʼaa isaa isa qulqulluu irraa gad ni ilaala,+

      Yihowaan samii irraa lafa ni ilaala,

      20 Kanas kan godhu, hidhamtoonni yommuu aadan dhagaʼuuf,+

      Warra duuti itti murteeffames bilisa baasuufi;+

      21 Maqaan Yihowaa Xiyoon keessatti,

      Jajamuun isaas Yerusaalem keessatti ni labsama;+

  • Isaayyaas 63:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Samii irraa gad ilaali,

      Iddoo jireenyaa kee isa ol kaʼaa, isa qulqulluu fi ulfina qabeessa* taʼe irraas milʼadhu.

      Hinaaffaan kee fi jabinni kee,

      Gara laafinni+ kee* fi araarri kee eessa jira?+

      Ati wantoota kana na dhowwatteetta.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi