-
Hisqiʼel 16:48Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
48 Lubbuu koo isa jiraataa taʼeen nan kakadha, obboleettiin tee Sodoomii fi ijoolleen durbaa ishii wanta atii fi ijoolleen durbaa kee raawwattan hin raawwanne’ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.
-