Faarfannaa 79:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yaa Yihowaa, akka malee kan dheekkamtu hamma yoomiitti? Bara baraafii?+ Aariin kee akka ibiddaatti kan bobaʼu hoo hamma yoomiitti?+ Ermiyaas 14:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Ati guutummaatti Yihudaa dhiisteettaa? Xiyooniin hoo jibbiteettaa?+ Hamma fayyuu dadhabnutti kan nu rukutte maaliifi?+ Nagaa arganna jennee abdanne, garuu wanti gaariin hin dhufne,Yeroon fayyinaa ni dhufa jennee abdanne, garuu jeequmsatu taʼe!+
5 Yaa Yihowaa, akka malee kan dheekkamtu hamma yoomiitti? Bara baraafii?+ Aariin kee akka ibiddaatti kan bobaʼu hoo hamma yoomiitti?+
19 Ati guutummaatti Yihudaa dhiisteettaa? Xiyooniin hoo jibbiteettaa?+ Hamma fayyuu dadhabnutti kan nu rukutte maaliifi?+ Nagaa arganna jennee abdanne, garuu wanti gaariin hin dhufne,Yeroon fayyinaa ni dhufa jennee abdanne, garuu jeequmsatu taʼe!+