Faarfannaa 74:10, 11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yaa Waaqayyo, hamajaajiin hamma yoomiitti qoosa?+ Diinni hoo bara baraaf maqaa kee salphisaa jiraataa?+ 11 Harka kee, eeyyee harka kee mirgaa maaliif dachaasta?+ Harka kee bobaa kee* jalaa baasiitii isaan balleessi.
10 Yaa Waaqayyo, hamajaajiin hamma yoomiitti qoosa?+ Diinni hoo bara baraaf maqaa kee salphisaa jiraataa?+ 11 Harka kee, eeyyee harka kee mirgaa maaliif dachaasta?+ Harka kee bobaa kee* jalaa baasiitii isaan balleessi.