LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 44:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yaa Yihowaa, kaʼi, maaliif callistee ciista?+

      Dammaqi! Bara baraaf nu hin gatin.+

  • Isaayyaas 64:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yaa Yihowaa, kana hundumaa booda illee ati tarkaanfii fudhachuu irraa duubatti jettaa?

      Calluma jettee ilaaltaa? Akka malee akka miidhamnu hoo ni heyyamtaa?+

  • Faaruu Ermiyaas 2:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Inni dheekkamsa bobaʼaadhaan jabina* Israaʼel hundumaa kuteera.

      Yeroo diinni dhihaatetti harka isaa mirgaa dachaafateera,+

      Dheekkamsi isaas akka ibidda wanta naannoo isaatti argamu hundumaa gubuutti Yaaqoob irratti bobaʼuu isaa itti fufeera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi