Faarfannaa 74:10, 11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yaa Waaqayyo, hamajaajiin hamma yoomiitti qoosa?+ Diinni hoo bara baraaf maqaa kee salphisaa jiraataa?+ 11 Harka kee, eeyyee harka kee mirgaa maaliif dachaasta?+ Harka kee bobaa kee* jalaa baasiitii isaan balleessi. Zakkaariyaas 1:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Kanaafuu, maleekaan Yihowaa, “Yaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa, hamma yoomiitti Yerusaalemii fi magaalota Yihudaa+ warra waggaa 70f itti dheekkamtetti gara laafina argisiisuu dhiista?”+ jedhe.
10 Yaa Waaqayyo, hamajaajiin hamma yoomiitti qoosa?+ Diinni hoo bara baraaf maqaa kee salphisaa jiraataa?+ 11 Harka kee, eeyyee harka kee mirgaa maaliif dachaasta?+ Harka kee bobaa kee* jalaa baasiitii isaan balleessi.
12 Kanaafuu, maleekaan Yihowaa, “Yaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa, hamma yoomiitti Yerusaalemii fi magaalota Yihudaa+ warra waggaa 70f itti dheekkamtetti gara laafina argisiisuu dhiista?”+ jedhe.