Faarfannaa 74:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yaa Waaqayyo, hamajaajiin hamma yoomiitti qoosa?+ Diinni hoo bara baraaf maqaa kee salphisaa jiraataa?+ Faarfannaa 102:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yeroon gaarummaa kee ishiitti itti argisiistu amma waan taʼeef,+Ati dhugumaan kaatee Xiyoonitti gara laafina ni argisiista;+Yeroon murteeffame sun gaʼeera.+
10 Yaa Waaqayyo, hamajaajiin hamma yoomiitti qoosa?+ Diinni hoo bara baraaf maqaa kee salphisaa jiraataa?+
13 Yeroon gaarummaa kee ishiitti itti argisiistu amma waan taʼeef,+Ati dhugumaan kaatee Xiyoonitti gara laafina ni argisiista;+Yeroon murteeffame sun gaʼeera.+