Ermiyaas 14:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 “Dubbii kana isaanitti dubbadhu: ‘Intalli saba kootii ishiin durba taate madaa baayʼee cimaa taʼeen,Guutummaatti waan daakamtee fi waan caccabdeef,+Ijji koo halkanii fi guyyaa imimmaan haa lolaasu, addaanis hin kutin.+ Daaniʼel 9:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Ati badiisa guddaa nu irratti fiduudhaan wanta akka nu irrattii fi bulchitoota keenya warra nu bulchaa turan* irratti akka fiddu dubbatte sana raawwatteetta;+ wanti Yerusaalem keessatti raawwatame guutummaa samii jalatti raawwatamee hin beeku.+
17 “Dubbii kana isaanitti dubbadhu: ‘Intalli saba kootii ishiin durba taate madaa baayʼee cimaa taʼeen,Guutummaatti waan daakamtee fi waan caccabdeef,+Ijji koo halkanii fi guyyaa imimmaan haa lolaasu, addaanis hin kutin.+
12 Ati badiisa guddaa nu irratti fiduudhaan wanta akka nu irrattii fi bulchitoota keenya warra nu bulchaa turan* irratti akka fiddu dubbatte sana raawwatteetta;+ wanti Yerusaalem keessatti raawwatame guutummaa samii jalatti raawwatamee hin beeku.+