LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 32:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Achiis Yaaqoob gara obbolleessa isaa Esaawu isa biyya Seʼiir+ ishii naannoo* Edoom+ taate keessatti argamuutti of dura ergamtoota ni erge;

  • Keessa Deebii 2:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Ani lafa isaanii irraa iddoo hamma faana miilaa geessu illee isiniif waan hin kennineef, isaanii wajjin diinummaa hin uuminaa;* sababiin isaas, ani Gaara Seʼiir Esaawuf dhaalaan kenneera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi