LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 27:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Esaawu garuu abbaan isaa Yaaqoobiin waan eebbiseef, ija diinummaatiin Yaaqoobiin ilaaluu jalqabe;+ garaa isaattis, “Duuti abbaa kootii dhihaateera.*+ Sana booda obboleessa koo Yaaqoobiin nan ajjeesa” jedhee yaada ture.

  • Amoos 1:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yihowaan akkana jedha:

      ‘Fincila Edoom siʼa sadii,+ eeyyee, siʼa afur raawwateen kan kaʼe, ani wantan murteesse hin jijjiiru;

      Sababiin isaas, inni obboleessa isaa goraadeedhaan ariʼeera,+

      Gara laafina argisiisuus dideera;

      Aarii isaatiin garaa jabaatee isaan ciccireera,

      Isaanitti dheekkamuu isaas ittuma fufe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi