LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faaruu Ermiyaas 4:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yaa intala Edoom+ ishii biyya Uuz keessa jiraachaa jirtu nana, gammadi, ililchis.

      Haa taʼu malee, xoofoon sun siifis ni kennama,+ atis ni machoofta, qullaa kees ni mulʼista.+

  • Obaadiyaa 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Ati guyyaa obboleessa kee wanti hamaan mudatetti gammaduu hin qabdu turte,+

      Guyyaa sabni Yihudaa itti badanitti ililchuu hin qabdu turte,+

      Guyyaa dhiphinaa isaaniittis of tuulummaadhaan dubbachuu hin qabdu turte.

  • Obaadiyaa 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Guyyaan Yihowaan saboota hundumaa irratti itti dhufu gaʼeera.+

      Akkuma ati goote si irratti ni godhama.+

      Wanti ati warra kaan irratti gochaa turte mataa kee irratti ni deebiʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi