Faaruu Ermiyaas 4:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Adabni* intala saba kootii irra gaʼeAdaba Sodoom ishii cubbuu ishiitiin kan kaʼe harka ishii gargaaru dhabdee yeroo gabaabaa keessatti garagalfamte sanaa caalaa guddaa dha.+ Daaniʼel 9:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Ati badiisa guddaa nu irratti fiduudhaan wanta akka nu irrattii fi bulchitoota keenya warra nu bulchaa turan* irratti akka fiddu dubbatte sana raawwatteetta;+ wanti Yerusaalem keessatti raawwatame guutummaa samii jalatti raawwatamee hin beeku.+
6 Adabni* intala saba kootii irra gaʼeAdaba Sodoom ishii cubbuu ishiitiin kan kaʼe harka ishii gargaaru dhabdee yeroo gabaabaa keessatti garagalfamte sanaa caalaa guddaa dha.+
12 Ati badiisa guddaa nu irratti fiduudhaan wanta akka nu irrattii fi bulchitoota keenya warra nu bulchaa turan* irratti akka fiddu dubbatte sana raawwatteetta;+ wanti Yerusaalem keessatti raawwatame guutummaa samii jalatti raawwatamee hin beeku.+