13 Namni reeffa nama kamii iyyuu* tuqee of hin qulqulleessine hundi godoo qulqulluu Yihowaa xureesseera;+ namni* kun Israaʼel keessaa haa balleeffamu.*+ Bishaan qulqulleessu sun+ isa irratti waan hin facaafamneef inni xuraaʼaa dha. Inni xuraaʼaa akkuma taʼetti itti fufa.