Isaayyaas 4:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yihowaan hafuura murtiittii fi hafuura gubutti*+ fayyadamee xurii* ijoollee durbaa Xiyoon yommuu dhiquu+ fi dhiiga Yerusaalem dhangalaaste ishii gidduudhaa yommuu qulqulleessu, Ermiyaas 33:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Balleessaa isaanii isa ittiin cubbuu na irratti raawwatan hundumaa irraa isaan nan qulqulleessa;+ cubbuu fi balleessaa isaan na irratti raawwatan hundumaas isaaniif nan dhiisa.+
4 Yihowaan hafuura murtiittii fi hafuura gubutti*+ fayyadamee xurii* ijoollee durbaa Xiyoon yommuu dhiquu+ fi dhiiga Yerusaalem dhangalaaste ishii gidduudhaa yommuu qulqulleessu,
8 Balleessaa isaanii isa ittiin cubbuu na irratti raawwatan hundumaa irraa isaan nan qulqulleessa;+ cubbuu fi balleessaa isaan na irratti raawwatan hundumaas isaaniif nan dhiisa.+