Hisqiʼel 36:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Bishaan qulqulluu isin irratti nan facaasa, isinis qulqulluu ni taatu;+ xuraaʼummaa keessan hundumaa fi waaqolii tolfamoo keessan warra balfamoo taʼan+ hundumaa irraa isin nan qulqulleessa.+
25 Bishaan qulqulluu isin irratti nan facaasa, isinis qulqulluu ni taatu;+ xuraaʼummaa keessan hundumaa fi waaqolii tolfamoo keessan warra balfamoo taʼan+ hundumaa irraa isin nan qulqulleessa.+