-
Isaayyaas 60:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Namoonni kee hundi qajeelota ni taʼu;
Bara baraafis biyyattii ni dhaalu.
-
-
Yooʼel 3:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Yihudaa keessa yeroo hundumaatiif,
Yerusaalem keessas dhalootaa hamma dhalootatti namoonni ni jiraatu.+
-
-
Amoos 9:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 ‘Ani biyya isaanii irratti isaan nan dhaaba,
Isaan matumaa biyya ani isaaniif kenne irraa
Lammata hin buqqaʼan’+ jedha Yihowaan Waaqni kee.”
-