LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 48:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Magaalaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa keessatti, magaalaa Waaqa keenyaa keessatti,

      Wanta dhageenye, amma ijuma keenyaan argineerra.

      Waaqayyo bara baraaf cimsee ishii dhaaba.+ (Seelaa)

  • Isaayyaas 33:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Xiyoon ishii magaalaa ayyaanota keenyaa taate ilaali!+

      Ijji kee Yerusaalem ishii bakka jireenyaa tasgabbii qabdu,

      Ishii dunkaana hin sochoone taate sana ni ilaala.+

      Qofoowwan dunkaanaa ishii matumaa hin buqqifaman,

      Wadaroo ishii keessaa tokko illees hin citu.

  • Isaayyaas 60:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Ati kan dhiifamte, kan jibbamtee fi eenyu iyyuu kan keessa hin darbine taʼuu mannaa,+

      Wanta bara baraaf ittiin boonan akka taatu,

      Dhaloota hundumaa keessattis gammachuudhaaf sababa akka taatu nan godha.+

  • Amoos 9:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 ‘Ani biyya isaanii irratti isaan nan dhaaba,

      Isaan matumaa biyya ani isaaniif kenne irraa

      Lammata hin buqqaʼan’+ jedha Yihowaan Waaqni kee.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi