LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 28:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Saba Yihowaan itti si ergu hundumaa gidduutti, wanti si irra gaʼe isaan sodaachisa; isaan si tuffatu,* sitti qoosus.+

  • 1 Mootota 9:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 biyya ani isaaniif kenne irraa Israaʼeliin nan balleessa;+ mana ani maqaa kootiif qulqulleesse kanas ija koo duraa nan gata;+ Israaʼelis saba hundumaa gidduutti kan tuffatamtuu* fi kan itti qoosamu ni taati.+

  • Nahimiyaa 2:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Dhuma irrattis, “Haala gaddisiisaa nuti keessa jirru, Yerusaalem diigamtee akka jirtu, karrawwan ishiis ibiddaan akka gubaman ni argitu. Salphinni kun akka itti hin fufneef, kottaa, dallaawwan Yerusaalem deebisnee haa ijaarru” isaaniin nan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi