LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 26:24, 25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 anis isin nan morma; isa kanaan duraa irra harka torba caalchisees cubbuu keessaniif isin nan rukuta. 25 Kakuu anaa wajjin galtan waan cabsitaniif,+ goraadee isa haaloo baʼu isin irratti nan fida. Magaalota keessan keessatti yoo walitti qabamtan, ani isin gidduutti dhukkuba nan erga;+ harka diinaattis dabarfamtanii kennamtu.+

  • Keessa Deebii 32:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Qarsaan isaanii utuu isaan hin gurgurre taʼee,+

      Yihowaan dabarsee utuu isaan hin kennine taʼee,

      Namni tokko akkamitti 1,000 ariʼuu dandaʼa?

      Namni lama hoo akkamitti 10,000 ariʼuu dandaʼa?+

  • Faarfannaa 106:40, 41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 Kanaafuu, dheekkamsi Yihowaa saba isaa irratti ni bobaʼe,

      Dhaala isaas ni jibbe.

      41 Warri isaan jibban akka isaan bulchaniif,+

      Yeroo baayʼee sabootatti dabarsee isaan kenne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi