-
1 Seenaa Baraa 23:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Leewwonni warri umuriin isaanii waggaa 30 fi isaa ol taʼe ni lakkaaʼaman;+ isaanis mata mataatti yommuu lakkaaʼaman dhiirota 38,000 turan. 4 Kanneen kana keessaa 24,000 kan taʼan hojii mana Yihowaatti hojjetamu ol aantummaadhaan toʼatu turan; kana malees, geggeessitoonnii fi abbootiin murtii 6,000 jiru turan;+
-
-
2 Seenaa Baraa 19:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Kana malees Yoshaafaax, Yihowaadhaaf abbootii murtii taʼanii akka tajaajilanii fi falmii jiraattota Yerusaalem gidduutti kaʼuuf furmaata akka kennaniif, Yerusaalem keessatti Leewwotaa fi luboota tokko tokko, akkasumas dura buutota manneen abbootii Israaʼel tokko tokko ni muude.+
-