-
Leewwota 2:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 “‘Ati aarsaa midhaanii iddoo ibiddaa* keessatti tolfame kan dhiheessitu yoo taʼe, aarsaan sun maxinoo daakuu bullaaʼaa irraa bifa amartiitiin tolfamee fi zayitiidhaan jiidhe yookiin maxinoo haphii daakuu bullaaʼaa irraa tolfamee fi zayitii dibame haa taʼu.+
5 “‘Aarsaan kee aarsaa midhaanii eeleedhaan tolfame yoo taʼe,+ maxinoo daakuu bullaaʼaa zayitiidhaan makame irraa tolfame haa taʼu.
-