LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Mulʼata 22:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Inni laga bishaan jireenyaa+ teessoo Waaqayyoo fi teessoo Hoolichaa+ keessaa baʼee yaaʼu, isa akka kiristaalii qulqulluu taʼe natti argisiise; 2 bishaanichi daandii guddaa magaalattii walakkaa gad yaaʼa ture. Lagicha irraa garanaa fi garasiin, mukeetiin jireenyaa jiʼa jiʼaan firii godhachuudhaan waggaatti siʼa 12 firii kennan jiru turan. Baalli mukeetii kanaa saboota fayyisuuf gargaara ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi