7 Leewwonni garuu lubummaan Yihowaa dhaala isaanii waan taʼeef,+ isin gidduutti qoodni isaaniif hin kennamu;+ Gaad, Ruubenii fi walakkaan gosa Minaasee+ immoo dhaala isaanii isa Yordaanos irraa kallattii bahaatiin argamuu fi Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe isaaniif kenne fudhataniiru.”