LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 14:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Akkuma Yihowaan Waaqni Israaʼel karaa tajaajilaa isaa Yoonaas+ ilma Amitaay isa raajii nama Gaat Hefeer+ taʼe sanaa dubbatetti, Lebo Hamaatii*+ jalqabee hamma Galaana Arabaatti*+ daangaa Israaʼel ni deebise.

  • Ermiyaas 52:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Mootiin Baabilonis Riblaa+ isa biyya Hamaat keessatti argamutti rukutee isaan ajjeese. Akka kanaan, Yihudaan boojiʼamee biyya isaa keessaa ni fudhatame.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi