LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 25:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Achiis mooticha qabanii+ gara mootii Baabilon isa Riblaatti argamutti fidan; isa irrattis ni murteessan. 7 Isaanis ilmaan Zedeeqiyaa ijuma isaa duratti ni gorraʼan; achiis Nebukadnezaar ija Zedeeqiyaa ni jaamse; hidhaa sibiila diimaatiin hidhees gara Baabilonitti isa fide.+

  • Ermiyaas 34:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Ati shakkii tokko malee waan qabamtuuf, dabarfamtees harka isaatti waan kennamtuuf, harka isaa jalaa hin miliqxu.+ Ijaa ijatti mootii Baabilon ni argita, innis fuulaa fuulatti sitti ni dubbata; atis gara Baabilon ni deemta.’+

  • Ermiyaas 52:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Achiis mootiin Baabilon ija Zedeeqiyaa ni jaamse;+ hidhaa sibiila diimaatiin hidhees gara Baabilonitti isa fide; hamma guyyaa duʼa isaattis mana hidhaa keessa isa turse.

  • Hisqiʼel 17:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Lubbuu koo isa jiraataa taʼeen nan kakadha, inni Baabilon ishii bakka mootichi* inni mootii isa* godhe sun keessa jiraatu keessatti ni duʼa; sababiin isaas, inni kakaa isaa tuffateera, kakuu isaas cabseera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi